شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

duree

 Hajji`iifii umraa

Gatii hajji`iifii umra`aa
Adaba Imaltu`uu
Akkaataa hajji`iifii umraa hidhatuu
gosa hidhanna’aa 
Owwaatinsa ( attalbiya )
Waan nama hajji`iifii umraa hidhaterratti dhoowwamu
naamusa  Makka  seenu'uu
Xawaafa dhufiinsaa
Saysakha
Sa`yii
Arafaa dhaabbatuu
Arafa`arraa gara muzdalifa`aa dacha`uu
Muzdalifarraa gara mina yaa`u
Dalagaa guyyaa iida arafa`aa minatti dalagan
Mina buluu
Xawaafa dhaammanna`aa
umraa
Hajjiin ir`atuun waa afurin
Al`ihsaar ( dhoowwamuu )
Ziyaaraa masjida nabi muhammadiifii
Bid’aa bakka ziyaara’atti dhiifamuu qabdu
Waan nama madiinaa dhaqerraa barbaadamu
Dhuma kitaabaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

   
 

 

 

ÇáÓíÑ ãä ãÒÏáÝÉ Çáì ãäì

MUZDALIFARRAA GARA MINAA YAA`U

Wanni gaarin hoggaa muzdalifa`atti halkan gama duraa dabarsanii halkan gamni boodaa seene namni lallaafan akka beeraa joolle`ee minatti nama dura yaa`uu akka odoo rakkoon hin dhufne boolatti dhagaa darbataniif jecha ammoo namni jajjabaan muzdalifa`atti hafeeti subhii salaatee eegasii gara minaa yaa`uu jalqaban duuba odoo gara minaa yaa`anuu,hoggaa bakka {quzah } je`amtu gayan bakkeen sun tulluu xiqqo {mashkgarulhgaraam ÇáãÔÚÑ ÇáÍÑÇã  } je`amtuu inni dhuma muzdalifa`aati jiraa,yoo namaaf mijjaaye ni Koran tulluu san gubbaa dhaabbatan yoon mijjaayin namni walitti rakkisee yookaa cinqatee tuilluu san hin koru maddii dhaabbata takkaa jala dhaabbata yookaa bakkuma dachii muzdalifa`arraa , isaaf mijjooyte dhaabbatee , qibla`atti gara galee du`aa`ii Rabbi faarsuu, takbiiraa, tahliila godhee , akkasuma talbiyaa heddommeysa .

Waan achitti je`uun barbaadamurraa waan as deemu kana .

 Çááåã ßãÇ  ÃæÞÝÊäÇ æÃÑíÊäÇ ÇíÇå ÝæÝÞäÇ áÐßÑß ßãÇ åÏíÊäÇ æÇÛÝÑáäÇ æÇÑÍãäÇ ßãÇ æÚÏÊäÇ ÈÞæáß ÇáÍÞ { ÝÅÐÇ ÇÝÖÊã ãä ÚÑÝÇÊ ÝÇÐßÑæÇ Çááå ÚäÏ ÇáãÔÚÑ ÇáÍÑÇã æÇÐßÑæå ßãÇ åÏÇßã æÇä ßäÊã ãä ÞÈáå áãä ÇáÖÇáíä Ëã ÇÝíÖæÇ ãä ÍíË ÇÝÇÖ ÇáäÇÓ  æÇÓÊÛÝÑ Çááå Çä Çááå ÛÝæÑ ÇáÑÍíã 

ALLAAHUMMA KAMAA AWQAFTANAA WA ARAYTANAA IYYAAHU FAWAFFIQNAA L1 ZHIKRIKA KAMAA  HADEYTANAA WAGHFIR LAA WAHGAMNAA KAMAA WAKGADTANAA BI QAWLIKALHGAQQI{ FA`IZHAA AFADGTUM MIN KGARAFAATIN FAZHKURULLAAHA KGINDALMASHKGARILHGARAAMI. WAZHKU RUUHU ,KAMAA HADAAKUM WA IN KUNTUM MIN QABLIHII LAMINADGAALIIN .THUMMA AFIIDGUU MIN HEYTHU AFAADGANNAASU ,WASTAYFIRULLAAHA, INNALLAAHA GHAFUURURRAHGIIM . 

Manaan isaa  akkana:

Yaa Rabbi akkuma mashkgaril hgaraam kana keessa nu dhaabdetti, akkuma isa ijaan nu garsiiftetti zhikrii tee hoggaa hunda si yaadatuu nu qunnamsiisi yaa Rabbi akkuma nu qajeechitetti,nuu araaramii rahgmata nuu godhi Akkuma isiniifan araarama rahgmatan isinii godha jettee baallama nuu seentetti qur’aana keessatti jechi kee hgaqaa dhuga’aa { hoggaa arafa’arraa dhangalaatanii muzdalifa dhuftan  bakka Mashkgarulgaraam je’amtu dhaabbadha’aa Rabbi zhakkaraa akka Rabbiin isin qajeelchitti kan san dura warra jallaterraa tayuu turtan ,ammas karaa namni arafa’arraa gara muzdalifaa jiguun yookaa yaa’un isinis jigaa yookaa yaa’aa.araara rabbirra barbaadaa. Rabbiin isiniif araaramaa .rahgmata isinii godhaa.Rabbiin isa kan namaaf araaramuu kan rahgmata namaaf godhuu } jechuu. 

 Ammas du’aa’ii tana hoggaa hunda  heddommeysu’uutu gaari` .isiin hunoo tana:

 }ÑÈäÇ ÂÊäÇ Ýì ÇáÏäíÇ ÍÓäÉ æÝì ÇáÂÎÑÉ ÍÓäÉ  æÞäÇ ÚÐÇÈ ÇáäÇÑ{  

{RABBANAA AATINAA FIDDUNYAA HGASANATAN .WAFIL’AAKHIRATI HGASANATAN.WA QINAA KGAZHAABANNAAR}                                 

Ma’naan isaa akkana      

Yaa Rabbii keenya addunya’aafii aakhiraa keessatti waan gaarii nuu kenni. Azaaba ibiddaa jalaa nu baasi.

Bakka tanatti { ashkgarulhgaam{ birattiwaan fedhu hunda Rabbi khadhata . itti deddeebi’ee, du’aa’ii godhata. Yookaa Rabbi kadhata .salaata subiidharraa hanga aduun bayu’uu  dhiyaattutti .                  

Duuba odoo aduun hin baane achirraa gara minaa yaa’uu jalqaban isaanii naamusa kabajaa jarjaruu dhabuu mul’isu. Talbiya’aafii zikrii heddommeysu’uun wajji ammoo yoo karaa argate saffisuu,miila fuudhuu ni qaba .

Duuba odoo yaa’anuu yoo bakka waadii {muhgassir} je’amu gayan,bakkeen sun hanga darba dhaga’aa takka bal’attii dadafaniiti deeman kuffaaratu dur bakka san dhaabbatuu turee isaanitti fakkaatuu didda’aaf ceena. Gariin ulama’aa akki je’u wanni hoggaa bakka san geenyi miila fuunuf : Arba habashaan ka’baa jiysu’uunii ooftutu achitti dhoowwamee balaan achitti itti buutee, arbaafii ashkarri habasha’aa kan Abrahaan deemun achitti dhumee balaa akkasii suda’aaf hoggaa bakka san gayan ori’an je’a gariin ulama’aa .haa tayuu yaada kuffaara khilaafu’uuf saffifna jirra jabaadha .maalif arbi habasha’aa achi hin geenyee odoo harama hin seenin fuullee arafa’atti dhume .

Duuba warri minatti yaa’u eega laga lolayaa san ciyanii dabranii,suuta deeman .Laynii waadii muhassir je’amu kun lafa muzdalifa’arraayii miti .ammallee lafa minarraayii miti inni isaan lamaan jidduu jira . duuba hoggaa bakka san dabran karaa jiddu’uuti deeman .karaan suun boolla guyyaa iidaa dhagaa itti darbanitti nama geessa isiin boolla gara makkaa as aantuu

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com